Haguugduu afaanii fi funyaani seeraan haa kaawwannu-Dooktar Liyaa

Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC) – Ministirri ministira Fayyaa FDRI Dookara Liyaa Taaddasa , mata duree ‘sababa hin ta’uu’ jedhuun hundi keenyaa lubbuu ofii keenyaa fi michuuwwaniif itti gaafatamuumma fudhachuun  of eeggannoo akka taasifnu abdiin qaba jedhan.

Dooktar Liyaan, haguugduu afaanii fi funyaanii karaa seeraa qabeessa ta’een kaawwachuun akkasumaas warreen duula dorgommii ‘Maaks Ityoophiyaa’  jedhuurratti hirmaachaa jirtaniif galatooma jedhaniiru.

Hundi keenyaa maaksii seeraan kaawwachuun ofii keenyaa fi michuuwwaan keenya dhibicharraa haa eegnuun fuula Feesbuukisaanirratti ergaa dabarsaniiru.

Akkasumaas namnii vaayrasii koroonaati akka hin qabamneef , sababa hin taanuu jedhaniiru.

#MaskEthiopia

#MaskPhotoCompetition

#MaskEthiopiaAd

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment