Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Hadiyyaa Hoosaa’inaan tapha Waancaa Finfinneen Madin Itiyoophiyaa injifachuun xumuraaf darbeera.
Tapha walakkaa xumura har’a taphatameen Hadiyyaan Madin Itiyoophiyaa rukkuttaa addaa Bahiinsaan injifachuun falmii xumuraaf darbuu mirkaneeffateera.
Hadiyyaan Kilaba Qiddus Giyoorgisii fi Buna Itiyoophiyaa keessaa xumuraaf kan darbu waliin Waancaa magaalaa Finfinneef kan falmatu ta’a.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.