Haaromsi Masaraa Mootummaa Faasil jalqabameera-Dooktar Abiy

Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Gondaritti haaromsi Masaraa Mootummaa Faasiil jalqabamuu ibsaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsaniti, haroomsi masarichaa Sadarkaa gaariirratti argama.
Yeroo gabaabaa keessatti Faasiiliin gara surraa fi ulfinasaa duraaniitti ni deebisnas jedhaniiru.
Comments (0)
Add Comment