Haala sagantaa fooyya’iinsa Diinagdee Ityoophiyaa deeggaruun danda’amurratti mari’atame

Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee fi Bulchaan Baankii Biyyalessa Ityoophiyaa Maammoo Mihiratuun Baankii Addunyaatti Itti Aanaa Pireezidaantii Afrikaa Bahaa fi Afrikaa Kibbaa Viiktooriyaa Kiwaakiwaa waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin haala sagantaa fooyya’iinsa Diinagdee Ityoophiyaa deeggaruun danda’amurratti mari’achuu Viiktooriyaa Kiwaakiwaan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment