Haala hariiroo daldalaafi invastimantii Ityoophiyaafi Saa’ud Arabiyaa cimsuun danda’amu irratti mari’atame

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC)-  Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa Dooktar Fahaad Alhuumaayidaanii waliin haala hariiroo daldalaafi invastimantii Ityoophiyaafi Saa’ud Arabiyaa cimsuun danda’amu irratti mari’ataniiru.

Deeggarsa daldalaafi invastimantii biyyoota lameenii cimsuuf waliigaluu isaaniis ragaan Komishinii Invastimantii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment