Finfinnee, Eebla 27, 2015 (FBC) – Guyyaan yaadannoo injifannoo Goototaa 82ffaan sagantaalee garaagaraan kabajameera.
Guyyichi mata duree Tokkummaa ciccoominaa fi injifannoof jedhuun Siidaa Goototaa Kiiloo 4tti argamutti kabajameera.
Sirna kabaja ayyaanicharraatti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee dabalatee miseensonni Waldaa Gootootaa fi keessummoonni waamichi taasifameef argamaniiru.
Ayyaanicha sababeeffachuun ganama kana Madfiin dhuka’eera.
Masfin Iyyaayyuutu gabaase
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.