Guyyaan yaadannoo haleellaa Ajaja Kaabaarratti raawwatame Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti yaadatamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Guyyaan yaadannoo haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Kaabaarratti raawwatame waggaa 2ffaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti yaadatamaa jira.

Guyyichi mata duree “Yoomiyyuu hin irraanfannu” jedhuun yaadatamaa jira.

Guyyichi qophiilee garaagaraan yaadatamaa jira.

Zufaan Kaasaahuuntu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment