Guyyaan Wareegamaa naannoo Beenishaanguul Gumuzitti kabajamaa jira

Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Qaammeen 2 Guyyaan Wareegamaa naannoo Beenishaanguul Gumuzitti sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.

Guyyaan kun gootoota biyyaaf aarsaa kaffalan yaadachuun kabajamaa jiraachuu eerameera.

Naannoo Beenishaanguul Gumuz magaalaa Asoosaatti Qaammeen 2, Guyyaan Wareegamaa bakka Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ashaadilii Hasan dabalatee hoggantoonni olaanoon, Miseesonni Raayyaa Ittisaa, Poolisii Federaalaa, Poolisii naannichaa fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamanitti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jiraachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment