Guyyaan saboota, sablammootaa fi ummatootaa akka Oromiyaatti Finfinneetti kabajame

Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Guyyaan saboota,sablammoota fi uummattoota Ityoophiyaa bara kanaa akka naannoo Oromiyaatti magaalaa Finfinnee kabajameera.
Ayyaanni sabaa fi sablammoota uummattoota Ityoophiyaa 16ffaan Magaalaa Finfinnee Hoteela Sharaatan Addisitti kabajame.
Kabajni ayyaana Sabaa fi sablammoota uummattoota Ityoophiyaa 166ffaan sadarkaa naannoo Oromiyaatti mata duree ‘obbolummaan tokkummaa sabdaneessummaaf’ jedhuun kabajamuu .
Kabajaa ayyaanna kanarratti, Af -Yaa’ii Caffee oromiyaa Aadde Sa’aada Abduramaan dabalatee itti aanaa Preezdaantii bulchinsa mootummaa naannoo obbo Awwaluu Abdii ,hoggantoonni mootummaa fedeeraalaa fi naannoo , abbootiin Gadaa, haadhooliin Sinqee fi sabaaf sablammoonni hirmaataniiru.
Guyyaan sabaaf sablammootaa 16ffaa akka biyyaalesaatti Sadaasa 29, 2014 magaalaa Dirree Dawaatti ni kabajama.
Gammachuu Beekumaatu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment