Guyyaan Sabaaf sablammootaa naannoo Gaambeellaatti kabajame

Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Guyyaan Sabaaf sablammootaa 17ffaan naannoo Gaambeellaatti qophiilee garaagaraan kabajameera.

Sirna kabaja guyyichaarratti Pireezidaantii naannoo Gaambeellaa Obbo Umood Ujuluu fi Itti aantuu Af Yaa’ii Mana Maree naannichaa Aadde Tihuut Hawaariyaat dabalatee hoggansi sadarkaan jiru argamuu ibsameera.

Sabaaf sablammoonni naannichaa agarsiisawwan garaagaraa dhiyeessuun guyyicha kabajuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment