Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa 18ffaan Magaalaa Jigjigaatti kabajama jira

Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)-Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaan Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti kabajama jira.

Sirna kabaja guyyichaarratti Afyaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar, Pireezidaantii FDRI Saahilawarqi Zawudee, Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah, Pireezidaantota Naannolee, Kantiibota Bulchiinsa Magaalotaa, bakkaa bu’oonni Sabaa fi sablammootaa fi keessummoonni biroon argamaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment