Guyyaan sabaa fi sablammootaa 15ffaan galma Tiyaatira Biyyaalessaatti kabajame

Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Ministeerri Aadaa fi Tuurizimii fi dhaabbileen waamamtootaaa guyyaa sabaa fi sablammootaa 15ffaa galma Tiyaatira Biyyaalessaatti kabajan.
Ayyaanicha ‘walqixxummaa fi tokkummaa sabdaneessaa biyyaaleessaa badhaadhina waloof’ mata duree jedhanuun kabajameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment