Guyyaan saba, sablamootaa fi ummattootaa 14ffaan kabajame

Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) – Ayyaanni saba, sablamootaa fi ummattoota Ityoophiyaa 14ffaan kabajame.

Ayyaanichi qopheessummaa naannoo Oromiyaatin bakka hoggansi federaalaa fi naannolee, bakka buutonni sabootaa fi ummattootaa, abbootiin Gadaa, abbootiin amantaa, dargaggoonni argamanitti magaala Finfinneetti kabajameera.

Jiraattonni magaalaa Finfinnees ayyaanicharratti hirmaataniiru.

Agarsiisni sabaa fi sablamoota, ummattootaa dhiyaachtera.

Guyyaan sabaa fi sablammoota, ummattoota Ityoophiyaa 14ffaa baranaa mata duree “Waadaan heera mootummaa, nageenya waaraa keenyaf” jedhuun kabajameera

Comments (0)
Add Comment