Guyyaan Oomishtummaa kabajamaa jira

Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Guyyaan oomishtummaa mata duree” milkaa’ina oomishtummaaf tattaaffii waloo guddina biyyaaf” jedhuun magaalaa Finfinnee galma Barkumeetti kabajamaa jira.

Egzibiishiniifi Baazaariin Ministeeronni Qonnaa, Albuudaa, Indaastirii, Geejjibaafi Loojistikii, Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa, Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii waloon qopheessan galma Barkumeetti banameera.

Egzibiishiniifi baazaaricha Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideefi ministiroonni biroon waloon bananiiru.

Maahileet Taklabiraantu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment