Guyyaan lafoo fi Biskileettii biyyaalessaa marsaa 12ffaan kabajame

Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Guyyaan lafoo fi Biskileettii biyyaalessaa marsaa 12ffaan iddoolee garaagaraatti sirnoota adda addaan kabajameera.

Sagantichi bara 2013 mata duree ‘Qaammee hanga Qaammee ni geenya’ jedhuun baatii tokko tokkoon sadarkaa biyyaalessatti taateewwan adda addaan kabajamaa tureera.

Guyyaa har’aas magaalaa Hoolootaa, Finfinnee, Dirree Dawaa, Hararii, Bahaar Daarii fi Beenishaanguul Gumuzitti kabajamuu ragaan Ministeera Geejjibaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment