Guyyaan Ityoophiyummaa marii paanaaliin kabajamaa jira

Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Guyyaan Ityoophiyummaa bakka Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen argamanitti marii paanaaliin kabajamaa jira.
Maricharratti Preezdaantii Mana Murtii Waliigalaa Aadde Ma’aazaa Ashaannaaffi, Itti aantuu Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dabalatee Ministiroonnii fi hoggantoonni olaanoon biroo argamaniiru jedhame.
Saganticharratti qophiiwwan Ityoophiyummaa ilaallatan garaagaraa dhiyaachaa jiraachuu ibsameera.
Leyikun Alemtu gabaase.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment