Guyyaan injifannoo Kumalaa Abbabaa Biqilaa Olompikii Room waggaa 60ffaaan yaadatamaa jira

Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Guyyaan yaadannoo injifannoo Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa Olompikii Room waggaa 60ffaaan Hooteel Sharaatan Addisitti gaggeeffamaa jira.

 

Guyyaa injifannoo Kumalaa Abbabaa Biqilaa Olompikii Room waggaa 60ffaa fi Atleetoota tapha Olompikii Meelboorni (1956) hanga Riiyoo Diijeneeroo (2016) maqaa biyyaa yaamsiisan yaadachuuf sagantaan  Hooteela Sharaatan Addisitti gaggeeffamuu eegaleera.

 

Sagantaa kanarratti Miministirri Ministeera Aadaa fi  Tuurizimii Dooktar Hiruu Kaasaaw, Komishinarri Komishinii Ispoortii obbo Eeliyaas Shukurii, gootoonni Olompikii fi keessummoonni waamichi taasiifameef argamaniiru.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment