Guyyaan inijifannoo Adwaa 127ffaan magaalaa Ambootti kabajame

Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Guyyaan yaadannoo inijifannoo Adwaa 127ffaan magaalaa Ambootti haala ho’aa ta’een kabajameera.

Guyyaan yaadannoo inijifannoo Adwaa 127ffaan magaalaa Amboo bakka Siidaan Artist Haacaaluu Hundeessaa argamutti sirna ho’aan kan kabajame yoo ta’u, guyyaa injifannoo Adwaa bakka kabajuun hiikoo guddaa qaba jedhan.

Seenaa abbootii keenyaa kunuunfachaa hiyyummaa injifachuun seenaa gootummaa dabalu qabnas jechuu OBN gabaaseera.

# Ityoophiyaa #Adwaa #Injifannoo

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment