Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Guyyaa Horsiisee Bultootaa Oromiyaa 19ffaan mata duree “Misooma Horsiisee Bultootaa Badhaadhina Waloof” jedhuun Magalaa Adaamaatti kabajamaa jira.
Sirna kabaja guyyichaarratti Abbootii Gadaa, Haadholii Siinqee, qondaaltonni mootummaa fi keessummoonni biroon argamaniiru.
Dassaalanyi Abarraatu gabaase.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.