Guyyaan Gootootaa waggaa 81ffaan kabajamaa jira

Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) –Guyyaan Gootoota Ityoophiyaa waggaa 81ffaan kabajamaa jira.

Ayyaanichi Siidaa Googootaa magaalaa Finfinnee Kiiloo 4tti bakka gootoonni durii,hoggantoonnii fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamanitti kabajamaa jira.

Ye’aabqaal Faasiiltu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment