Finfinnee, Mudde 2, 2016(FBC)- Guyyaan Farra Malaammaltummaa Oromiyaa 18ffaa Mata duree “Malaammatummaan Diina Waloo Keenya Waan Ta’eef Gamtaan Irratti Haa qabsoofnu” jedhuun Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti kabajamaa jira.
Saganticharratti Afyaa’ii Ittaanaa Caffee Oromiyaa Obbo Eeliyaas Uummataa, Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Obbo Gaazaalii Abbaa Simal dabalatee qondaaltonni mootummaa naannichaa, Abbootiin Gadaa, Hadhooliin Siinqee fi keessummoonni biroo argamaniiru.
Amartii Tasfaayeetu gabaase.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.