Guyyaan dubartootaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti kabajame

Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Guyyaan dubartootaa mata duree ‘Dubartoota ga’oomsuun nageenyaa fi misooma haa mirkaneessinu’ jedhuun Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti kabajameera.

Guyyaan Dubartootaa kun akka Itiyoophiyaatti yeroo 48ffaa fi akka Addunyaa yeroo 113ffaaf kan kabajame yoo ta’u, Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti bakka hooggantootni olaanoon Paartichaa argamanitti qophiilee garaa garaatiin kabajamuu ragaan waajjiricharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment