Guyyaan dhagaan bu’uuraa Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa itti kaa’ame waggaan 13ffaan kabajamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Guyyaa Dhagaan Bu’uuraa Hidha Haaromsa Guddichaa Itiyoophiyaa itti kaa’ame waggaa 13ffaan mata duree”Gamtaan Dandeenyeeraa “jedhuun magaalaa Finfinneetti kabajama jiraachuun ibsame.
Saganaticharratti Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaa fi Hoggaantoonni olaanoon Mootummaa Federeelaa, Abbootiin Amantaa fi keessuummoonni waamichi taasiifameef argamaniiru.
Guyyichi agarsiisa Suuraa fi marii paanaaliin kabajamaa jiraachuun eeraameera.
Obbo Tamasgeen Xurunaan sochii waggootaan 13 Hidha Harooomsa Guddichaa Itiyoophiyaarratti agarsiisa qophaa’ee daawwaachuu TOI gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment