Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa Embaasiiwwan garaagaraatti kabajame

Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa 17ffaan Embaasiiwwan Itiyoophiyaa biyyoota garaagaraatti argamanitti kabajameera.

Guyyaan Embaasii Itiyoophiyaa, Xaaliyaanii, Jibuutii, Keeniyaa, Hindii fi biyyoota birootti argamanitti qophiilee adda addaan kabajameera.

Guyyaan alaabaa Itiyoophiyaa 17ffaan mata duree “Alaabaan keenya tokkummaa biyyaaleessaaf, birmadummaafi ol ka’iibsa Itiyoophiyaaf!” jedhuun sagantaa garaagaraatiin kabajamaa jira.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment