Guyyaan Alaabaa boru kabajama

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)-Guyyaan Alaabaa biyyaalessaa Wiixataa borii Onkololeessa 7, 2015 sagantaalee garaagaraan akka kabajamuu Manniimaree bakka bu’oota ummataa beeksise.

Guyyichis mata duree “Alaabaan keenya ibsituu heddumminaa fi utubaa birmadummaa keenyaati” jedhuun kabajama.

Guyyichi, yeroo 15ffaaf sadarkaa federaalaatti, naannolee fi bulchiinsa magaalotaatti waltajjiiwwan mariin dabaalamee akka kabajamuu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment