Guyyaa tokkummaa Raayyaa Ittisa Biyyaan kabajamaa jira

Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – sadarkaa biyyaalessaatti kan kabajamaa jiru “Guyyaan tokkummaa” Raayyaa Ittisa Biyyattiin kabajamaa jira.

Bakkaa Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministiraa Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin argamanitti mataduree “Yoo waltaane miidhagna” jedhuun sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.

Saganticharrattis argisiisni aartii tokkummaa biyyaalessaa mul’isan baandii muuziqaa Raayyaa Ittisaan dabalaamee kabajamaa jiraachuu ragaan Raayya Ittisaarraa aragme ni mul’isa.

Saganticharratti Obbo Dammaqaa Mokinnin dabalatee, Ministiraa Ministeeraa Raayyaa Ittisaa Dooktar Abrahaam Balaay fi qondaaltonni hojii mootummaa biroo fi miseensonni raayyichaa bakka argamanitti kabajamaa jiraachuun eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment