Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Guyyaa Sabaa fi Sablammootaa Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaa ilaalchisuun Sagantaan Simpooziyeemii Magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamaa jira.
Simpooziyeemii kana irratti muuxannoon “Dimookiraasii Waliigaltee” biyyoota garagaraa dhihaachuun irratti kan mari’atamu ta’uun ibsameera.
Saganticha irratti hoggantoonni federaalaa fi naannolee, abbootiin amantaalee, Abbootiin Gadaa, keessummoonni garagaraa hirmaataa jiru.
Dassaalany Abarraatu gabaase
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.