Guyyaa Oomishtummaa sababeeffachuun Ministiroonni warshaalee daawwatan

Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Qaammee 4, Guyyaa Oomishtumma mata duree “Shamattummaarraa gara Oomishtummaatti” jedhuun kabajamaa jiru sababeeffachuun Ministiroonni warshaalee daawwataniiru.

Ministiroonnii fi ministir Deetaawwan Ministeera Indaastirii, Hojii fi Ogummaa, Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa, Albuudaa fi Galiiwwanii daawwannicharratti hirmaataniiru.

Daawwannaa isaaniin, rakkooleen indastiriiwwan oomishaa waarinaan furuuf haalota dandeessisanirratti mari’achuu ragaan Ministeera Indaastiraaiirraa argame ni mul’isa.

Rakkoolee damichaarratti mul’atan hojmaata qindaa’aan furuuf daawwannaa dandeessisuu akka ture Ministir Deetaan Ministeera Indaastirii Taarraqanyi Bulultaan ibsaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment