Guyyaa boruu Masjiidoota magaalichaa hunda keessatti sagantaan galateeffannaa ni gaggeeffama – Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa

Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Guyyaa boruu Solaataa Juma’aarratti Masjiidoota magaalichaa keessatti argaman hundatti sagantaan galateeffannaa kan gaggeeffamu ta’uu Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee beeksise.

Waamicha Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa sagantaa Ityoophiyaan haa galateeffattuu ilaalchisee dabarse hordofee guyyaa boruu Masjiidoota hundatti sagantaan galateeffannaa akka raawwatamu Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa magaalichaa ibseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment