Guyyaa har’aa irraa eegalee buufataalee filannoof meeshaalee filannoo rabsuun ni eegalama

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)-Guyyaa har’aa irraa eegalee buufataalee filannoof meeshaalee filannoo rabsuun akka eegalamu ibsame.
Boordiin filannoo biyyaalessaa qophii filannoo fi hojiiwwan hafanirratti hooggantoota paartilee siyaasaaf gabaasa dhiyeessa jira.
Qophii hanga ammaatti tureen, oopireeshinii filannoo, barnoota filattamtootaa fi siiiviikii , leenjii, galmee paartilee siyaasaa irratti ibsa laateera.
Naannoon filannoo 673 kan qophaa’e yoo tahu, raawwachiiftonni buufata filannoo kuma 49 fi 407 filatameera.
Guyyaa har’aa irraa eegalee buufataalee filannoof meeshaalee filannoo rabsuun ni eegala.
Leenjiiwwan garagaraa kan eegalame yoo tahu, leenjiin olaanaan xumuramuu eerameera.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment