Guutuu Oromiyaatti leenjiin hojjettoota mootummaa laatamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Guutuu Oromiyaaatti leenjiin hubannoo cimsuu hojjettoota mootummaaf kennamaa jiraachuu Biiroon Paabliik Saarvisii fi Qabeenya Humna Namaa Oromiyaa beeksiseera.
Leenjiin kun har’a aanaalee, godinaalee fi Biiroolee Oromiyaa hedduu keessatti eegalameera.
Leenjiiin hubannoo cimsuu hojjettoota mootummaa kun guyyoota afuriif itti fufiinsaan kan laatamu ta’uu ibsameera.
Hojjettoonni mootummaa kumni dhibbi 5 ol leenjii kana ni hordofu jedhameera.
Jijjiirrama hunda galeessaa fi haala qabatamaa paablik saarviisii irratti kan xiyeeffatu leenjiin kun aanaalee, godinaalee, bulchiinsa magaalotaa fi biiroolee naannoo Oromiyaa hunda keessatti bifa walfakkaatuun laatamuu eegaleera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment