Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa haala waqtaawaa biyyarratti ibsa laate

Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa haala waqtaawaa biyyarratti mari’ateera.

Marichaanis gochaa gareen shororkeessaa ABUT biyyatti irratti raawwata jiru balaaleffateera.

Garichi manneen amantaa biyyatti keessa jiruurra balaan geessissaa jiru,darbeesimmoo amantaa fi amantaa walitti buusuu balaleeffatamuu akka qabu ibsameera.

Akkasumas Ityoophiyaa diiguudhaaf giddu seentummaa biyyoota alaa ni balaaleeffannaa jechuun ibsaniiru.

Muummee Ministira Abiy Ahimad cinaas ni dhaabbanna jedhaniiru.

Amartii Tesfaayeetu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment