Gumiin biyyaalessa Hararii yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Gumiin biyyaalessa Hararii yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.

Gumichi qaboo yaa’ii yaa’ii idilee 1ffaaa, gabaasa raawwii hojii bara 2015 fi karoora bara 2016 irratti mari’achuun ni raggaasisaan eegama.

Pireezidaantii naannichaa Obbo Ordiin Badirii Af Yaa’ii Yaa’ii biyyaalessa Hararii Obbo Muhiyaddiin Ahimadi dabalatee hoggantoonni naanniichaa yaa’icharratti argamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment