Gumiin Balal marsaa 23ffaan “Aadaa Hojii fi Duudhaa Uummataa”mata duree jedhuun gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Gumiin Balal marsaa 23ffaan “Aadaa Hojii fi Duudhaa Uummataa” mata duree jedhuun Waajjira ireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti gaggeeffamaa jira.
Marichaaf yaada ka’umsaa kan dhiyeessan Biiroo Carraa Hojii Uumuutti Itti Aanaa Hoogganaa fi Hogganaa Damee Leenjii Obbo Adaam Kamaalifi Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Afroo Yuunvarsaal Konsaltaansii Obbo Ahimad Abbubakar yoo ta’an, Hayyoonni Diinagdee fi Interpiruunaroonni maricharratti hirmaachusaanii ragaan Waajjira preezidaantiirraa arganne ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment