Gulaallii Shaampiyoonnsi Liigii Afrikaan Qidduus Giyoosgiis Kilaba Sudaan Al Hiilaal injifate

Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Gulaallii Shaampiyoonnsi Liigii Afrikaan Qidduus Giyoosgiis Kilaba Sudaan Al Hiilaal goolii 2 fi1 injifateera.

Tapha gulaallii har’a Istaadiyeemii Bahaar Daaritti gaggeeffameen taphataan Sarara fuulduraa Charinnat Gugsaan gooliwwan injifannoo garee isaaf lakkoofsiiseera.

Taphni deebiin Fulbaana 8, 2015 Istaadiyeemii Al Hiilaalitti kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.

Giyoorgiis tapha deebii kana yoo injifate marsaa itti aanuun Kilaba Taanzaaniyaa Afrikaan Yaangii fi kan Sudaan Kibbaa Zaalaan FBC Ruumbeek waliin taphata jedhame.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment