Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)-Godina Gujiitti kaffaltoota gibiraa addaa dureef beekkamtiin kenname.
Saganticharratti Ittaanaan Bulchaa Godina Gujii Obbo Abdurrazaaq Huseen akka jedhanitti, baranaa karooraa ol galii galiin Birri miiliyoona 600 ol walitti qabameera.
Dabalataanis sosochiin galii gibiraa fi taaksii bara 2016 Godincha Magaalaa Adoolaa Waayyuutti gaggeeffamaa jira.
Lalisee Tasfaayeetu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.