Guddinni saffisaan Finfinneetti galmaa’aa jiru Magaalota Afrikaa biroof fakkeenya ta’uun ibsame

Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Guddinni saffisaan Magaalota Finfinneetti galmaa’aa jiru magaalota afrikaa biroof akka fakkeenyatti kan eeramu ta’uu Bakka Bu’oonni Biyyootaa Afrikaa Fooramaii Magaalota Afrikaarratti hirmaachaa jiran dubbatan.

Fooramiin Magaalotaa Afrikaa jalqabaa mata duree “Misooma Magaalotaa Waaraa Ajandaa Ce’umsaa Afrikaa 2063” jedhuun Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Comments (0)
Add Comment