Guddina akka biyyaatti galmaa’ee keessatti dameen Geejjibaa fi loojistikii gahee olaanaa qaba-Dooktar Alamuu Simee

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)-Guddina akka biyyaatti galmaa’ee keessatti dameen Geejjibaa fi loojistikii gahee olaanaa qaba jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen.

Ministeerichi raawwii kurmaana 1ffaa kan bara 2017 fi riifoormi biyyaalessaa guyyoota 100 gamaaggameera.

Gamaaggamicharratti Dooktar Alamuun, raawwii guyyootta100 dameewwan hundaan galmaa’aan keessaatti gaheen damee Geejjibaa fi Loojistiksii olaanaa ta’uu ibsaniiru.

Comments (0)
Add Comment