Gootummaan bu’aa qabsaa’ummaa, cimanii dhaabbachuu fi injifattummaati-Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Gootummaan bu’aa qabsaa’ummaa, cimanii dhaabbachuu fi injifattummaati jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiya hawaasa isaaniin akka ibsanitti, Gootummaan akaakuu hedduun ibsama jedhaniiru.

Kanaafis gootoonni waraanaa, qonnaa, saayinsii, daldalaa, beekumsaa, ogeeyyii aartii, hojii mootummaa, tajaajila laattootaa fi kanneen biroon jiraachuusaaniis ibsaniiru.

Biyyi ofiin dhaabbattee, of dandeessee, hiree mataashee akka murteeffattu gootonni akaakuu hundaa ishee barbaachisu. Biyyi kan miidhamtu karaa gootonni ishee hir’ataniinidha.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment