Goondar Kaabaatti balaa Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota10 darbe

Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Godina Goondar Kaabaa Aanaa Xalamitiitti balaa Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota10 darbuu ibsame.

Namoota 8 irra ammoo miidhaan qaamaa cimaan qaqqabuu ibsameera.

Abbootiin warraa 480 fi maatiin kumni 2 fi 400 qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uu eerameera.

Beelladoonni 35 ol balichaan du’uu fi oomishni lafa hektaera 30 irra ture tajaajilaa ala ta’uu Kominikeeshinii aanichaa beeksiseera.

#Ashaaraa_Magariisaa #Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment