Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Golli Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwattootaaf banaa ta’eera.
Guyyaa har’aa hoggantoonni olaanoon kutaalee magaalaa Finfinnee Gola Hambaa kana daawwataniiru.
Golli Hambaa kun mallattoo gootummaa fi Aasxaa bilisummaa Ummata Itiyoophiyaa fi Afrikaa ta’uu hoggantoonni kunneen eeruu ragaan Biiroo Kominikeeshinii magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.