Godinni Walloo Kibbaa Lammiilee weerara ABUTiin miidhaan irra ga’eef deeggarsa taasise

Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Godinni Walloo Kibbaa Lammiilee weerara garee shororkeessaa ABUTiin miidhaan irra ga’eef deeggarsa taasisuu Walloo Kibbaatti Biiroon Qindeessa  wabii nyaataa beeksise.

Biirichi lammiilee weerara garee kanaan miidhamaniif deeggarsa akaakuu garaaraaa taasisuu ibsame.

Deeggarsi lammiilee miidhamaniif taasifamu kun kan itti fufu ta’uu hoogganaan biiricha obbo Masaay Maaruu beeksisuu AMK gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment