Godinni Walloo Kibbaa humna waloo adda waraanaa jiraniif deeggarsa taasise

Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Godinni Walloo Kibbaa humna waloo adda waraanaa jiraniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 22 olii taasise.

Godinichi Weerara gareen shororkeessaa ABUT yeroo 3ffaa biyyarraatti bane qolachuuf adda waraanatti aarsaa kaffalaa jiraniif deeggarsa Birrii miiliyoona 22.5 tti tilmaamamu taasiseera.

Deeggarsi taasifame kunis aanoota godina Walloo Kibbaa 20 irraa fi bulchiinsoota magaalaa 9 irraa walitti kan qabame ta’uu itti aanaa bulchaan Godina Walloo Kibbaa Obbo Tasfaa Daanyoo himaniru.

Dajanuu Gonfaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment