Godinni Walaayittaa Birrii miiliyoona 179 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiise

Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Godinni Walaayittaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 79 akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisuu beeksiise.
Godinichi Gurmaa’iina dubartootaa, Bulchiinsa Magaalaa fi aanaalee godinichaa waliin ta’uun guyyaa har’aa deeggarsa birrii miiliyoona 16 Raayyaa Ittisa Biyyaaf laateera.
Bulchaan Godina Walaayittaa obbo Akliiluu Lammaan Jiraattootaa, gurmaa’iinsa mootuummaa, hoggansaa fi qaamolee deeggarsicha gumaachaan hunda galateeffataniiru.
Godinichi waliigala hanga ammaatti deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 79tti tilmaamamu akaakuu fi maallaqaan laachuu Walitti qabduun Koree deeggarsa godina Walaayittaa Aadde Itaaganyi Hayilamaariyaam ibsaniiru.
Maatuusaalaa Maateewoostu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment