Godinni waggaa dura hongeen beekamaa turte har’a oomisha Qamadiin dilbooftee arguun abdii guddaadha – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Godinni Booranaa waggaa dura hongeen beekamaa turte har’a oomisha Qamadiin dilbooftee arguun abdii guddaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Yoo hojjenne birmadummaa midhaan nyaataa biyya keenya mirkaneessuu akka dandeenyu agarsiiftuudha jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment