Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Godinni Kafaa deeggarsa sangoota 223 raayyaa ittisa biyyaaf taasisuu qajeelchi Kominikeeshinii Mootummaan godinicha beeksiseera.
Itti gaafatamaan qajeelcha godinicha obbo Masfiin Tasfaayee, deeggarsi raayyaa ittisa biyyaaf taasifamee jiraattootta aanoolee hundaa fi bulchiinsa magaalichaan kan taasifameedha.
Hawaasni godinicha gareen shororkeessaa ABUT guutuummaa guutuutti hanga brabdeeffamuutti deeggarsa barbaachiisaa taasisuuf qophii ta’uu TOI gabaaseera.
Jiraattoonni godina Kafaa hanga ammaatti marsaawwan sadiin waliigala sangoota 328 raayyaa ittisa biyyaaf laachuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna