Godinni Jimmaa Raayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 ol taasise

Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)-  Godinni Jimmaa marsaa 2ffaanRaayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsa garaagaraa Birrii miiliyoona 30 olitti tilmaamamu taasise.

Godinichi guyyaa har’aa sangoota 500 fi deeggarsa akaakuu garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasiseera.

Bulchaan godina Jimmaa obbo Tijjaanii Naasir, waraana garee shororkeessaa ABUT bane qolachuuf hawaasni godinichaa deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisu cimsee akka itti fufu gaafataniiru.

Aliidaan Mahammadtu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment