Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC)- Godinni Arsii godina Booranaatti hongee mudateef deeggarsa garaagaraa taasiseera.
Aanaalee Godinichaa fi bulchiinsa Magaalaa Asallaarra walitti qabuun nyaata nama, nyaata loonii fi bishaan dhugaatii nama Birrii miiliyoona 3 olii gumaachu isaanii Itti Aana Bulcha Godina Arsii Aabba Shigido Guddataa himaniiru.
Itti Aanaan Bulcha Bulchiinsa Godina Booranaa obbo Abdisalaam Waariyo, jaarsooliin biyyaa fi Hooggansi Bichiinsa Godina Arsii deeggarsaa taasifameef galateeffachuu ragaan waajjira kominikeeshinii Godina Booranaarra argamee ni muul’dhisa.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.