Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Godinni Walloo Kibbaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 41.8 olitti tilmaamamu taasise.
Deeggarsichi aanaaleefi bulchiinsota magaalaa godinichaa mararraa kan walitti qabame ta’uu ibsameera.
Bulchiinsi godinichaa deeggarsicha Raayyaa Ittisa Biyyaa adda waraanaatti argamuun gahuuf gara adda waraanaatti imala eegaluu eerameera.
Kadir Mahaammadtu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.