Godinichi Avookaadoo gabaa alaaf dhiyeessuuf hojii sassaabbii eegaluu ibsame

Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti oomishaa avokaadoo sanyii fooya’aa gabaa biyya alaatti erguuf sassaabbiinsaa eegalamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.

Oomishaa avokaadoo sanyii fooya’aa “Hass” jedhamu gabaa biyya alaatti erguun, qonnaan bultoota fayyadamoo taasisuuf, oomishinisaa walitti qabamaa jiraachuu ragaan Biiricharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment